@lenchaelemo72494 years agoMasha allah jalalaa bayyee nammattii toluu garu amantaa kessanis qabadha annii islaama isiniif filaadheraa b/c rabbiitu nuuf file waan ta' eef. 2
@
@aburayyaan61244 years agoAsosamniifi mudannoleen asirratti dabran hundinuu nama buhaarsu kan darban dhaggeffataa kan dhufu eegna bayyee namatti tola itti jabaadhaa. 13
@
@urjiisanyiihaceehundesa79034 years agoGammee ko youtube ke jalqaba kasen dhagefadha bayyee namatii tolaa gafan gade illee wan attii kanan durraa dabarsitee dubatii debi' een dhagefadha guddaa galatomii nuf jiradhuu. 1
@abdaalajimma19243 years agoGammee heduu galatomi asossaamni baay' ee namati tola. 1
@
@user-jd8kp4zl4d4 years agoWaqaayyoo dhumaa isaani haabareechuu gaaltoomii gaammee.
@
@furtuujirenyaa25994 years agoJabadhaa ittii fufaa baay' ee nama boharsaa dhumarraa garuu wan gariidhaan ykn jechaamotaa gariin nuf xumuraa rabbin wan garii nuhaa dhagesisuu yoo ja . ...Expand
@
@halimaorotube23143 years agoBayyee si dinqisiffadhaa ayyalla ejeree kan lamafa. Sin jedhee. 3
@kojooojo53004 years agoUuuu fff malomalo garaa koo na bada an jabadhu.
@
@kiyayemam6584 years agoWoll come gammee keenya baga nagaan nuuf dhuftee.
@
@baadiyyaafirst50944 years agoBay' ee nama tola jabadhuu kutaa itti anu abdin si egina.
@
@Hindiyaat4 years agoJabaadhuu gammee koo barnoota heddu chanela kan irra argataa jirraa.
@
@bontuambo54224 years agoRabbiikoo jalalaa akkanaa nafi yaa kennuu amen jedha mee maaloo.
@
@zawuditu60124 years agoWaqqayyoo addan isaan hin basin galatomi gamee. 1
@
@tadalutadalu87154 years agoBaga nagan dhufte game keenya dhumma isaan tokko tasisi waqayyoo jalali dhugaa jalqaba hamma dhummati yoo ta' e heddu namati tola. 1
@
@huzeyfiijimmaahuzeyfiijimm29093 years agoWel come oromia 24 baga nagan dhuftaan.
@
@kololeyadasayadasa83484 years agoAsosama kana irra ergga baay' ee nama barsisufi nama boharsuu heddutu jira.
@
@awalyousaf99534 years agoWaqqayyo hanga dhumaa walin isaan yaa jiraachisu adda isaan hin bassin.
@
@semirashemsu84614 years agoBayye namati olla dhumanisa mala ta' a lata gammee kenya galtomi. 1
hin yaadamu yoo qalbii boharsuu feetan asoosaamnis jira yoo barbaadan seenaan jaalalaas jira as goraa hafuura baafadha gammee birraa hunduu jiraa.
mal qabaa osoo jaalallii akkumaa yeroo jalqaabaattii ittii fufee jaalallii yeroo duraafii yeroo bodaa maliif wol addaa ta' ee woyii yaa jaalalaa.
asosama bayye namatti toludha gaalatomi gamme. 1